Channel
Updated: 2026-07-27
Magaalaa Finfinneetti gaafa Sambataa hiriirri nagaa waamame. Asii argattu. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0rdw9dgen0o?at_campaign=ws_whatsapp
Iraanii fi US gara mariitti deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira Waanti Kaatar jette kunooti ↙️↙️ https://bbc.in/4wvINRG
https://t.me/TheIslanderNews/76783
Miseensi Parlaamaa Dr Kafanaa Ifaa parlaamaa keessatti dhimma nageenyaa gaafataa turan. Turtii isaanii paarlaamaan maal taajjaban? Wanti qormaata itti ta’e jiraa? Irra deebi’anis h…
https://t.me/DDGeopolitics/188538
A head-to-head of how 1xBet and Betano advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand and regulated-market focus, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Betway advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus regulated-market brand and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Melbet advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus bonus-led offshore acquisition, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Parimatch advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand recognition and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.
Tiraampi Tarkiif xiyyaarota waraanaa ammayyaa F-35 kennuuf akka jedhan himan. Qoqqobbiin akka Turkiin meeshaa ittisa qilleensarraa hin arganne darbee tures irraa ka'uuf jedha. Murt…
Osoo Ameerikaafi Iraan wal haleelanii owwaalchi Ali Kaamenii raawwate. Maaltu adeemaa ture? ⬇️⬇️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c20y77620d9o?at_campaign=ws_whatsapp
Yeroo dheeraa bilbila keessan irratti dabarsituu? Qaama keessan irratti maaltu akka uumamaa deemu beektuu? Namoonni waan addaa isaan irra gahe BBCtti himaniiru. Odeessi kun isiniif…

Maddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo