Channel
Updated: 2026-07-26
Guyyaa guyyaadhaan, wanti ati filattu, wanti ati yaadduu fi wanti ati hojjettu eenyu akka ati taatu murteessu! @Oromoo_inspire
Akkaataa sammuudhaan cimaa ta’uu dandeenyu: • Yeroo kophaa hin sodaatin. • Waan darbe irratti hin xiyyeeffatin. • Addunyaan liqii sitti hin dhaga'amin. • Bu'aa hatattamaa hin eegin…
Baga ayyaana Iid Al-Adha/Arafaa bara 1447ffaan nu ga'e!! Iid Mubaarak 🎉🕌 እንኳን ለ1447ኛው የኢድ አል-አድሐ/አረፋ በዓል አደረሰን! 🌙🐑 ኢድ ሙባረክ ✨ Hordoftoonni Amantaa Islaamaa hundi baga geessan! K…
𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮,... 𝗠𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻 𝗱𝗵𝘂𝗳𝘂 𝘆𝗼𝗼 𝘁𝗮’𝘂, 𝗺𝘂𝘂𝘅𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗯𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮�…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — countries where our network of observers on Telegram recorded this ad being shown in this channel. It's not the advertiser's targeting country: Telegram serves sponsored ads worldwide, and we simply note where the ad appeared in the feed. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; rare placements (under 5%) are collapsed into “+N”.
Nam-cimaa taatee guddachuu yoo barbaadde... Ganama sa’aatii 1 dura ka’i! Diraamaa kamiyyuu hin Ergama keef iddoo kenni! Namni biraa dhiibbaa sirratti hin godhin! Garaa laafina tokk…
(Maayiles Munroo) Munroon mul’ata qabaachuun akkamitti kaayyoo, kallattii fi kaka’umsa akka kennu akkasumas murtoo fi gocha nama tokkoo akka bocu qorate. 1) Mul'ata jechuun dandeet…
Cimaa ta'uuf Wantoota armaan gadii kana qabaachuun dirqama. Kanneen kana yoo qabaatte ati dhuguma cimaadha. ➊. Nama onnachiisuu yoo dandeessa ta'e. ➋. Hojiiwwan namoota hojjetanitt…
BEEKTOTA ADDUNYAA MAARTIIN LUUTER KIING "Dukkanni dukkana hin balleessu, ifa qofatu balleessuu danda’a. Jibbis jibba hin balleessu, jaalala qofatu jibba balleessuu danda’a." "Humni…
𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!